Isin soogidda lafaati...Isin ifa biyya lafaati...    Mat 5: 13-15
home search     Quunnamti
 


 	 Waa'ee MIS
Lallaba
Hidhaatta
Kadhannaa
Farfaanoota
Siwaama

Ministry Ifaa fi Soogiddaa
10/28 Cleone St. Guildford NSW 2161
Sydney, Australia
Tel. 614-316-92304

 Sign Our

 

GOD Watches over you!!
How close?
How often?


Click for the demonstration

 

 

 

                

 

v   Kitaabi haaraan “kaayyoo itti dhalatan raawachu” jedhu March 15 kaasee gabaa irra jira.

          

 
         

KOTTAA GARA IFA WAAQAYYOO!

 

 

Yesus itti fufee,*Isinn soogidda lafaa ti, soogiddi garuu miyaa yoo of keessaa dhabe maaliin deebi'ee miyeeffama ree? Gad baafamee gatamee namni irra ejjetee balleessa malee,homaa tokkoofuu waa'ee hin baasu.

Isin ifa biyya lafaa ti,mandarri tullu gubbaatti ijaarame dhokachuu hin danda'u. Homtinuu ibsaa qabsiisee guuboo jala hin kaa'u, battuu ibsaa irra kaa'a malee; ibsichis mana keessa kan jiran hundumaaf in ibsa.*

MAAT  5:13-15

Ministriin kun ishee cubbuu dhaan dukkanoofteef hadhoofte biyya lafaa Wengeela Yesuus Kiristoosiin ibsee mi'eessuuf akka yaada Waaqayyoo isa bara baraatti kan wamame dha

 
       

 

 

 

 

 

 

 

                                                     Nadubisa maalo!

Waaqayyo isa yeroo hundumaa karaa Kristos akka warra mo'ee duulaa galuutti nu adeemsisuuf, Kristosin beekuus akka foolii urgaa'uutti harka keenyaan iddoo hundumaan isa ga'uuf galanni haa ta'u. 2 Qro 2-14

 
bullet Konfiransi Ba'a Shawa Magaala Adullaala Nanoo Cuqaalati guyya sadiif gegeefame irrati namoota 107 tu moottumaa Waaqayyoti dabalame.
bullet Konfiransi kana irrati namni bara 1972 (A.L.E) qalu ture namoota 7 qaluu godhee kan dibe gooftaa Yesuusin fayiisa lubusaati godhatee fudhate
bulletNamni umuuriin isa wagaa 22 ta'u Abbaadhaa fi Hadha malee kan gudate dhaloota isati jalqaabe dudaa kan ta'e tokko Waaqayyo gura isa baneera.
bulletNamoota37 ol ta'an hidhaa sexanaa irra hikamaniiru. Akasuumas namooni baay'een dhukuba garagaaraa irra fayaniiru.
bulletLenjji tajajiltoota guyyaa tokkof godhameen tajajjiltoon waldaa 28 hirmataani kaku isaani harefatanii hojji Waaqayyoof arka wal-qabatani ka'aaniiru.
bullet Konfiransi Godiina Boorana Magaala Bulee Horaati guyyaa sadii irrati namoota 35 tu mootuumaa Waaqayyoti dabalame
bullet Konfiransi kana irrati rakin godina kana inni gugaan yeroo hamaa kanati rooba yerooti argaachaa waan hin jireef namooni fi horiin dhumaa turani. Waaqayyo garu jimaata March 21 akka Konfiransiin kun jalqabeen bokaa robsee biyyicha boqochiise.
bulletNamoota 15 ol kan ta'an hidhaa sexanaa irra hikamaniiru. Akasuumas namoon baay'een dhukuba garagaraa irra fayaaniiru.
 

Waluma galaati adeemsa wengeelaa koo isa 2ffa bara 2008 irrati namooni 142 qalbii isani jijjiratani motuumaa Waaqayyof kan qopa'an yemu ta'u, baayyeen immo hidha gara garaa irra hikamaniiru.
 

Galaa Guyyaa Har'a
  

 

 


Oromo Christians
Oromo Gospel
Waldaa Oromo Seattle
Bible on line
Lion & Lamb Fellowship
Oromo Los Angeles
 

Waa'e Soogidda
Waa'e Ifaa
Click Here


  [ Home ] Wa'ee MIS ] Lallaba ] Hidhaatta ] Kadhannaa ] Siwaama ]