home search help Quunnamti
 
   

Home
Wa'ee MIS
Lallaba
Hidhaatta
Kadhannaa
Siwaama

 

Ministry Ifaa fi Soogiddaa
10/28 Cleone St. Guildford NSW 2161
Sydney, Australia
Tel. 614-316-92304

 Sign Our

 

GOD Watches over you!!
How close?
How often?


Click for the demonstration

 

 

Waa'ee MIS

Yesuus itti fufee, Isin soogidda lafaati, soogiddi garu mi'aa yoo of keessaa dhabe maaliin deebi'ee mieefamaree? gadi baafamee gatamee namni irra ejjetee bal'eessa malee,homaa tokkoof iyyuu waa'ee hin baasu.
Isin ifa biyya lafaati ; Mandarri tullu gubbaatti ijaarame dhokachuu hin danda'u.
Homtnuu ibsaa ibsee guuboo jala hin kaa'uu, baattuu ibsa irra kaa'a malee ibsichis mana keessa kan jiran hundumaaf hin ibsa. 
       Mat 5:13-15



KAAYYOO

Isin garuu, Hafuurri qulqulluun yemmuu isin irra b'uu humna hin godhattuu; Yerusaalemitti, Yihuudaa hundumaatti, Samaariyaatti, hamma handaara lafaattis dhuga baatuu koo hin taatu.                                                                                    Erg 1:8

Ministriin kun mul'ata Waaqayyo kenneef eeggataa akuma bartoonni yerusaalemii jalqaban Yerusaalem keenya ishee taate Oromiyaa irraa jalqabuu kaayyoo godhate.Egaa kaayyoo kana bakkaan, ga'uuf kenna Waaqayyo isiniif kenneen ,humna keessaniin, kadhata fi qabeenya keessaniin tajaajiluuf warra qophooftan hundaaf waamicha godha.

AKEEKA

 
bullet

Lafa Oromo irratti Kiruuseedii Hafuuraa qopheessuu dhaan Wangeela Lubbuu haaraa dhaan ga'uu.

bullet

Lafa Waldoonni Afaan Oromo dubbatan jirannitti yaa'ii Hafuuraa qopheessuu dhaan amantoota dadammaqsuuf jajjabeessuu

bullet

Tajiaajiltoota Waaqayyo yerootti kaasu leenjisuu

bullet

Namoota dhukkubaaf hidhaa addaa-addaa qabanniif kaahaachuu

bullet

Tajaajila gorsaaf yaadaa Waldootaaf namoota barbaadaniif kennuu

Ministriin kun akka Waaqayyo ayyaana baay'iseefitti yeroo Waaqayyo muree qopheesse sanatti nannoo keessan qaqabee eebba yaa'ee hin cinne akka fidu hawwii guutuu qaba.

Yoo mul'ata kana jalatti hojjechuu barbaaddan akkasumas mul'ata biraa itti dabaltanii nu waliin hojjechuu barbaaddan nu quunnamuu ni dandeessu

MUL'ATA

 
bullet Wangeela biyya lafaa guutummaa dhaan ga'uu
bullet Tajaajiltoota bara dhumaa hidhachiisanii kaasuu
bullet Tajaajiltoota Waaqayyo Oromo kessa dibee kaasu hundumaa tokkummaa dhaan ijaaruu
bullet Ijoollee Abbaa fi Haadha hin qabne gargaaruf guddisu

Ministriin kun namootaa fi Waldoota mul'ata wal'fakkaatu qabanii wajjin hojeta,akkasumas ofjalatti ijaara.

 


 



Waaqayyo inni ganama ganama araarri isaa
haaraa ta’e, yeroo dha gara yerootti dibataaf
ayyaana haaraa dhaan guyyoota keenya akka
 jalqabnu fedha. Dibata haaraa isa Waaqayyo
har’a kennu argachuuf barii ganamaa ituu hojiitti
hin ba’in gara kana kottuutii hirmaadhu


Oromo Christians
Oromo Gospel
Waldaa Oromo Seattle
Bible on line
Lion & Lamb Fellowship
Oromo Los Angeles
 

Waa'e Soogidda
Waa'e Ifaa
Click Here


  Home ] [ Wa'ee MIS ] Lallaba ] Hidhaatta ] Kadhannaa ] Siwaama ]