home search help Quunnamti
 
   

Home
Wa'ee MIS
Lallaba
Hidhaatta
Kadhannaa
Siwaama

 

Ministry Ifaa fi Soogiddaa
10/28 Cleone St. Guildford NSW 2161
Sydney, Australia
Tel. 614-316-92304

 Sign Our

 

GOD Watches over you!!
How close?
How often?


Click for the demonstration

 

 

Kadhanna

Yesuus itti fufee,"Kadhadhaa isiniif in kennammaa,barbaadaa in argatuu, balbaba rukutaa isiniif in banama.Kan kadhatu hundinuu in fudhata, kan barbaadus in argata, kan rukutuufis in banama. Isin keessaa nama attamiitu ilmi isaa buddeena yoo isa kadhate, dhagaa kennaafii ree? Yoo kiis ilmi isaa qurxummii yoo kadhate, bofa kennaafii ree! Egaa isin hamoota taatanii utuu jirtanii, ijoollee keesaniif kennaa gaarii kennuu erga beektanii, abbaan keessan inni waaqa keessaa immo hammam isin caalaa warra isa kadhataniif waan gaggaarii kenna"
MAT 7:7-11
Waanuma isin maqaa kootiin kadhattan ani nan raawwadha”
YOH 14:13

"Nuyi waanuma isa kadhannu isa biraa in fudhanna"
1YEW 3:22


 

Kadhannaan karaa namni ittiin Waaqayyoo wajjin walli arguu dha. Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos biyya lafaa irra yeroo ture abbaa isaa kadhachaa tureera.Irra darbees immoo barttootni isaa akka isaan kadhataniif kadhannaa isaan barsiiseera. Nutis immo kadhachuun akka nurra jiraatu sagaleen isaa keessa deddeebi’ee nu barsiisa.

Abboonni amantii kadhannaa dhaan dinqii gurguddaa isaa arganiiru, Nutis waan kadhanuu hundaa Waaqayyo nuuf kennuuf amanamaa dha. Kanaaf iyyuu jireenya hafuura keessaniitiifis taanaan jireenya foon keessaniitiif waan isin barbaachisu hundaa irratti akka isiniif kadhannu kan barbaaddan mata duree kadhannaa ergadhaa
 
Maqaa:

 Email Address:

MATA DUREE KADHANNAA Yookan GALATA:
 

 

 

 

 



Waaqayyo inni ganama ganama araarri isaa
haaraa ta’e, yeroo dha gara yerootti dibataaf
ayyaana haaraa dhaan guyyoota keenya akka
 jalqabnu fedha. Dibata haaraa isa Waaqayyo
har’a kennu argachuuf barii ganamaa ituu hojiitti
hin ba’in gara kana kottuutii hirmaadhu


Oromo Christians
Oromo Gospel
Waldaa Oromo Seattle
Bible on line
Lion & Lamb Fellowship
Oromo Los Angeles
 

Waa'e Soogidda
Waa'e Ifaa
Click Here


  Home ] Wa'ee MIS ] Lallaba ] Hidhaatta ] [ Kadhannaa ] Siwaama ]