home search help Quunnamti
 
   

Home
Wa'ee MIS
Lallaba
Hidhaatta
Kadhannaa
Siwaama

 

Ministry Ifaa fi Soogiddaa
10/28 Cleone St. Guildford NSW 2161
Sydney, Australia
Tel. 614-316-92304

 Sign Our

 

GOD Watches over you!!
How close?
How often?


Click for the demonstration

 

 

HIDHATA

*Midhaan sassaabamu baay’ee dha, hojjetoonni sassaaban garuu muraasa; egaa hojjetoota warra midhaan sassaaban itti haa yaafatuuf, abbaa midhaanichaa kadhadhaa!”
MAT 9:37 *
Hojiin nuti itti waamamne kan namni muraasi, sabni tokko yookiis biyyi tokko itti ba’ee hojjechuu danda’u miti.Hunduma keenya irraa iyyuu hin hafa.Waaqayyo inni nuti hojjennuuf Waaqa guddaa waan ta’eef maasiin hojii isaas akkasuma bal’aa dha. Kanaaf iyyuu akkataa waamicha keessaniitti hojii Waaqayyoo keessatti qooda akka fudhattan waamicha isiniif goona. Namoonni waamicha Waaqayyoo kana kabajjan nuquunnamuu ni dandeessu.

 


 

Maqqaa:

E-mail:
Sex Dhiira Duurba
Umurrii
Taa'umssa
Keesan
 

 

Goofttan Essin ha'eebissu!!

 



Waaqayyo inni ganama ganama araarri isaa
haaraa ta’e, yeroo dha gara yerootti dibataaf
ayyaana haaraa dhaan guyyoota keenya akka
 jalqabnu fedha. Dibata haaraa isa Waaqayyo
har’a kennu argachuuf barii ganamaa ituu hojiitti
hin ba’in gara kana kottuutii hirmaadhu


Oromo Christians
Oromo Gospel
Waldaa Oromo Seattle
Bible on line
Lion & Lamb Fellowship
Oromo Los Angeles
 

Waa'e Soogidda
Waa'e Ifaa
Click Here


  Home ] Wa'ee MIS ] Lallaba ] [ Hidhaatta ] Kadhannaa ] Siwaama ]